Naannoo Wolaayitaa

Naannoo Wolaayitaa
Wolaytta Moottaa
Biyya: Itoophiyaa
Naannoo: Naannoo Kibbaa
Magaalaa Guddaa: Sooddo
Baayyina ummataa: 5,385,782 (2007)
Tuuta'insa ummataa: {{{Tuuta'insa ummataa}}}

Wolayitaa yookin Wolaayitaa naannoo bulchiinsaa Itoophiyaati. Maqaan kun kan moggaafame saba Welaayitaa, biyyi isaanii naannoo sana keessa jirti. Wolaayita kibbaatiin Gaamo Gofa, lixaatiin Laga Omoo isa Daawroo irraa gargar isa taasisu, kaaba lixaatiin Kembata Tembaro, kaaba bahaa Haadiyaa, kaaba-bahaa Naannoo Oromiyaa, bahaa laga Bilaate isa Naannoo Sidamaa irraa gargar baasu, akkasumas kibba bahaa Laga Abaya isa Naannoo Oromiyaarraa gargar isa baasu. Giddugaleessi bulchiinsaa Sooddo dha. Magaalota gurguddoo kan biroo kan akka Arakka, Boddite, Xabala, Bale Hawaasa, Gasuuba, Gununo, Badeesa fi Dinttuwaa dha.

Wolaayitaa daandiiwwan haala qilleensaa hundaaf 358 kiiloomeetira (222 mi) fi daandiiwwan qilleensa gogaa 425 kiiloomeetar (264 ) kan qabu yoo ta'u, giddu galeessaan daandiin kiiloomeetii seeraan 1000 keessatti kiiloomeerii 187 dha.[1] Bakki olka'iinsa isaa Tulluu Daamotaa (meetira 2738) dha.

  1. "Detailed statistics on roads", SNNPR Bureau of Finance and Economic Development website (accessed 3 September 2009)

© MMXXIII Rich X Search. We shall prevail. All rights reserved. Rich X Search